Oduu biyya keessaa Balaa Konkolaataa muudateen lubbuun namoota 10 darbe Wabi Fufa Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Godina Harargee Lixaa Aanaa Ciroo iddoo dildila Qillisoo jedhamutti qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbuu himame. Balaa kanaan lubbuu…
Oduu biyya keessaa Adeemsa filannoorratti waliigaltee dhabamuu fi mormii ka’an furuurratti abbooti seeraaf leenjiin… Wabi Fufa Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Adeemsa filannoorratti waliigaltee dhabamuu fi mormii ka’an furuurratti abbooti seeraa federaalaa fi naannooleef leenjiin kennameera. Adeemsa…
Oduu biyya keessaa Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad proojakti Inxooxxoo daawwatan Wabi Fufa Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) - Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad proojakti Inxooxxoo daawwatan. Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad proojakti Inxooxxoo wayita daawwatan…
Oduu biyya keessaa Kaampii raayyaa ittisa biyyaa cifiraa tokkoof bakka qubannaa ta’u ijaaruuf dhakaan bu’uuraa Kaa’ame Wabi Fufa Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Kaampii raayyaa ittisa biyyaa cifiraa tokkoof bakka qubannaa ta’u ijaaruuf Aanaa Dandii ganda Awaash Booletti dhakaan bu’uuraa Kaa’ame. …
Fayyaa Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen waamamoo xumurame Wabi Fufa Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) - Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen waamamoo xumurame. Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen barnootaa barattoota isaanii ebbisiisan Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Hoospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Adaamaa, Yuunvarsiitiin Waachamoo fi Yuunvarsiitiin Dabrataaboor barattoota isaanii…
Idil Addunyaa Traamp tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo hatattamaa labsan Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp tamsa’inaa vaayraasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo hatattamaa labsaniiru. Kanaafis qoqqobbii imalaa…
Fayyaa Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalotaaf ambulaansota 31 laate Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) –Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalota magaalicha keessatti argamaniif ambulaansota 31 laate. Hogganaan biirichaa…
Biiznasii Waltajjiin hoji dhabdummaa fi carraa hojii uumuu Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Waltajjiin biyyoolessaa hoji dhabdummaa fi carraa hojii uumuurratti xiyyeeffatu Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira. Waltajjicha kan…
Oduu biyya keessaa Naannoleen filannoo ifooman Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012(FBC) – Naannoleen filannoo ifooman. Haaluma kanaan nananoleen filannoo 547 ta'uun ifoomaniiru. Naannoleen filannoo mana maree…