Obbo Dammaqaan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan.
Obbo Dammaqaan Wiirtuu…