Balaa tiraafikaa Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Balaa tiraafikaa Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu poolisiin beeksise.
Balichi minibaasii Hararii gara…