MM Dooktar Abiy hundeeffamuu mootummaa waloo Sudaan Kibbaatti gammachuu itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootummaan Sudaan Kibbaa morkattoota waliin mootummaa waloo hundessuu isaaniif gammachuu itti dhaga’ame…