Viidiyoowwan Ebba Poolisii Oromiyaarratti haasaa itti aanaan preezdaantii MNO obbo Shimallis Abdiisaan taasisan Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/474117383520390/?t=1
Ispoortii Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate. Taphni priimiyar liigii torbee 5ffaa har'a magaalaa Maqaleetti…
Idil Addunyaa Manni murtii Sudaan hojjetoota Tika Nageenyaaa 27 irratti murtee du’aa dabarse Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Barsiisoota yeroo mormii uummataa too’annoo jala oolaan haala sukkanneessaa ta’een kanneen ajjeesan hojjettoota Tika Nageenyaa Sudaan 27 irratti…
Biiznasii Ityoophiyaan investimentii alaa ofitti hawwachuun Baha Afrikaarraa adda duree taate Wabi Fufa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan investimentii alaa ofitti hawwachuun Baha Afrikaarraa adda duree akka taate, dhaabbanni gorsaa faayinaansi EY jedhamu gabaasa bara Faranjoota…
Idil Addunyaa Hogganaan olaanaa shororkeessaa Alshabaab haleellaa humna xiyyaaraan ajjeefame Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC)- Loltoonnii Soomaliyaa fi Ameerikaa haleellaa humna xiyyaaraa garee shororkeessaa Alshabaab irratti raawwataaniin hogganaa olaanaa shororkeessaa ajjeefamu…
Biiznasii Rakkoolee boba’aa waliin walqabatan furuuf hojimaanni ni diriirfama jedhame Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Burjaajjii fi rakkoolee boba'aa waliin walqabatan furuuf hojimaanni ammayyaan ni diriirfama jedhame. Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii,…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee booru Adaamaatti ni gaggeeffama Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee booru Adaamaatti kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise. Ministeerichi miidiyaaf…
Oduu biyya keessaa Hanqinni dhiyeessii humna elektiriikii misooma indaastirii paarkiiwwanii furamaa jira Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Koorporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii rakkoolee kaffaltii humna elektiriikin walqabatee jiru furaa jiraachuu beeksise. Paarkiiwwan…
Oduu biyya keessaa Paartilee siyaasatiif yeroo qilleensaa ramaduuf qophiin taasifameera Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Paartileen siyaasaa sagantaa fi kaayyoo isaanii karaa miidiyaaletiin akka beeksifatan ramaddii yeroo laachuuf qophiin taasifamuu Abbaan Taayitaa…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa eegalame Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddaattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti eegalame. Shaampiyoonaan kun har'aa eegalee hanga…