Oduu biyya keessaa Hoggansi paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo fi Amaaraa mari’atan Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Hoggansi paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo fi Amaaraa mari'atan. Marichi nageenya lammiilee fi garaagartee muul'atu…
Teeknooloojii Roobootiin ho’a qaamaa adda baasu hojjatame Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC)- Qorattoota Chaayinaatin roobootiin ho’ina qaamaa adda baasu hojjetameera. Roobootii haaraan kun bakka namoonni hedduminaan jiranii fi…
Biiznasii Walakkaa bara 2012tti Birrii biiliyoonni 39 ol deeggarsaa fi liqaadhan argameera Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Walakkaa bara 2012tti Birrii biiliyoonni 39 ol deeggarsaa fi liqaadhan argameera. Ministeerri Galiiwwanii FDRI ibsa har'a laaten akka beeksisetti,…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad bakka buutota godina Silxee waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota godina Silxee waliin mari'atan. Dooktar Abiy bakka buutota ummataa aanaalee…
Oduu biyya keessaa Caffeen muudama addaddaa raggaasisuun yaa’iisaa xumure Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen muudama addaddaa raggaasise. Haaluma kanaan: 1/ Aadde Caaltuu Saanii itti aantuu preezdaantii fi qindeessituu kilaastara…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uudhan muudaman Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta'uudhan muudaman Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii…
Oduu biyya keessaa Sokorruutti meeshaan seeraan alaa to’atame Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Sokorruutti meeshaan waraanaa seeraan alaa osoo daddabarfamaa jiruu to’atameera Meeshaaleen to’ataman kanneen shugguxii 60 fi…
Fayyaa Nyaanni madaalawaa hin taanee fi jijjiirramni qabeenya qilleensaa daa’imman irratti dhibbaa qaba… Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012- Nyaanni madaalawaa hin taanee fi jijjiiramni qabeenya qilleensaa daa’imman irratti sodaa umeera jechuun Dhaabbanni Motummoota Gamtoomanii beeksiseera.…
Balballoommii fi yaada Caffeen labsiiwwan addaddaa raggaasise Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) - Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaatin labsiiwwan addaddaa raggaasise. Caffeen yaa'iisaatin…
Biiznasii Ameerikaan carraa hojii uumuu fi qabeenya diinagdeef tumsa ni taasisti – Maayik Poompiyoo Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Afrikaatti carraa hojii uumuu fi qabeenya diinagdeef, Ameerikaan tumsa ni taasisti jedhame. Waltajjiin marii mata duree "Hoji uumtota Afrikaa…