Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne
Finfinnee, Gurraadhala 10, 2012 (FBC) -Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne.
Bu’uurumaa kanaan:-
Paartii Demokiraasii Ityoophiyaa Gamtoome…