Idil Addunyaa Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate. Adda ba'umsichi lammiilee dhimmicha mormaniin dabaalamuun ifoomera. …
Oduu biyya keessaa Faayi meetii qaraxni itti hin kaffalamin kiilo giraamni 15.1 to’atame Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Aamjjii 23, 2012 (FBC) - Faayi meetii kiilo giraamni 15.1 osoo qaraxni itti hin kaffalamin biyya seenuuf ture to’atameera. Namoota dhuunfaa sadiin Duubaayii gara biyyaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Hidha Haaromsaa daawwatan Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Hidha Haaromsaa daawwatan. Dooktar Abiy ijaarsa hidhichaa, hojii siiviilii fi elektiroo…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaarratti sadarkaa ministirootatiin mariin Waashiingitanitti gaggeeffamaa ture xumurame Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Hidha Haaromsaarratti sadarkaa ministirootatiin mariin Waashiingitanitti gaggeeffamaa ture xumurameera. Mariin sadarkaa ministiroota dhimma alaa…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa ittigaafatama irraa eegamu sirnaan ba’achuu qaba… Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa ittigaafatama irraa eegamu sirnaan ba'achuu akka qabu ogeeyyiin seeraa himan. Abukaatoo fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ministira Misooma Bosonaa Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zaawdeen ministira Ministeera Misooma Bosonaa Kooriyaa Kibba waliin mari’atan Preezdaant Saahilawarqii fi ministirri…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan weerara awwaannisaa to’achuuf hojjechaa jirti Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan weerara awwaannisaa si'a 2ffaa to'achuu yoo hin danda'in oomisha idilee fi jallisiirratti miidhaa qaqqabsiisuu mala jedhame. …
Biiznasii Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatii 6tti oomisha Birrii biiliyoona 17.5 walbichisiisera Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatii 6tti oomisha Birrii biiliyoona 17.5 walbichisiisera. Oomisha meetriik toonii 338,253 gabaadhaf dhiyeessuun…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa ambulaansota 700 ol biirolee fayyaaf deeggarsaan laate Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa FDRI biirolee eeggumsa fayyaa naannolee fi bulchiinsa magaalootaatif ambulaansota 700 ol deeggarsaan laachuu beeksise. Bara baajataa…
Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamaa jiru akkuma itti fufetti jira Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Mariin ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti gaggeessan guyyaa 4ffaa akkuma itti fufetti jira. Marichi Amajjii…