Ispoortii Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa. Taphoota har'aatin; Sabbataa 2 - 1 Hawaasaa Sihuul Shiree 1 – 1 Jimmaa Abbaa Jifaar…
Oduu biyya keessaa Birriin miiliyoona 100 ol baasii kan itti ta’e Buufanni Gogaa Warataa torbee dhufu eebbifama Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Birriin miiliyoona 100 ol baasii kan itti ta’e Buufanni Gogaa Warataa marsaan jalqabaa torbee dhufu eebbifama. Dhaabbata Tajaajila Lojistikii Galaanaa…
Idil Addunyaa Chaayinaatti koronaavaayirasiin hanga ammaatti lubbuu namootaa 41 darbe Wabi Fufa Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Chaayinaatti koronaavaayirasiin hanga ammaatti lubbuu namootaa 41 darbe. Addunyaan waa’ee vaayirasii kanaa yaaddoo keessa seenuun, biyyoonni…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Itti aanaan itti gaafatamaa Wajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi proojaktii misooma sukkaaraa Xaanaa Balas haala gaarirra akka jiru ibsame. Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Ijaarsi proojaktii misooma sukkaaraa Xaanaa Balas haala gaarirra akka jiru ibsame. Proojaktichi rakkoo qulqullina ijaarsaa fi harkifannaan maqaan isaa…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Tigraay yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Manni maree naannoo Tigraay yaa’ii idilee marsaa 18ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeesuu eegaleera. Ya’iichi guyyoota shaniif magaalaa Maqalee,…
Oduu biyya keessaa Daldaltoonni dubartootaa nageenya biyyaatif ga’ee isaanii ba’achuu qabu jedhame Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Daldaltoonni dubartootaa kabajamuu nageenya biyyaatif ga'ee isaanii akka ba'atan Ministeerri Nageenyaa dhaame. Waltajjiin 'hawaasni daldalaa…
Idil Addunyaa Tuurkitti balaa kirkira lafaa mudateen lubbuun namoota 20 darbe Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Tuurkitti balaa kirkira lafaa mudateen lubbuun namoota 20 darbuun dhaga’ame. Balaa kirkira lafaa maagniitiyuudii 6.8 mudatee kanaan gamoowwan heedduun…
Oduu biyya keessaa Hoggansa jijjiirrama eegalame itti fufsiisu ga’oomsuuf hojjetamaa jiraachuu Paartiin… Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Hoggansa jijjiirrama eegalame itti fufsiisu ga'oomsuuf hojjetamaa jiraachuu Paartiin Badhaadhinaa beeksise. Leenjiin hoggansi paartichaa sadarkaa…
Biiznasii Ministeerri Galiiwwanii karoora waggaa kudhaniirratti mari’ate Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) –Ministeerri Galiiwwanii FDRI karoora badhaadhinaa waggaa kudhaniirratti mari'ate. Ministeerichi waajjiraalee waamomaan isa jala jiran waliin…