Fayyaa Maddi Vaayirasii Kooroonaa Bofa ta’uu danda’a jedhame Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Maddi Vaayirasii Kooroonaa gosa Bofaa ‘Kireet’ fi ‘Koobraa’ jedhaman ta’uu akka danda’u ibsame. Maddi vaayirasii haaraa qaama hargansuu namaa miidhuun…
Ispoortii Ityoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Kuwaataariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Gareen Biyyaaleessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte. Ramaddii…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awrooppaa hojii filannoon duraa fi boodarratti tumsa akka taasisu gaafatame Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Gamtaan Awrooppaa filannoon duraa fi filannoon booda tumsa barbaachisaa akka taasisu gaafatame. Gamtichi ga'ee taajjabdummaatin ala,…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu gaafatame Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaa fi demokraasii Mana Maree Bakka Bu'oota…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan ministira Diinagdee Emmireetota Arabaa Gamrtooman Sulxaan Biin Sayid Al Mansuurii… Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan ministira Ministeera Diinagdee Emmireetota Arabaa Gamrtooman Sulxaan Biin Sayid Al Mansuurii…
Waajabila Faanaa Mana daldalaa uffataa maammiltoonni uffatanii ilaalataniif qarshii kaffalchiisu Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Mana daldalaa uffataa maammiltoonni uffatanii ilaalataniif qarshii kaffalchiisu ijoo dubbii ta’e. Manni daldalaa uffataa Ispaanitti argamu…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari'ataniiru. Waltajjicharratti bakka buutonni…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee… Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee dhumaa qopheessuuf Kaartuumitti walga'aniiru.…
Oduu biyya keessaa Paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’uufi Obse Wakgari Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti kan argaman paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’ufi jedhame. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiiner Takkaalaa…
Oduu biyya keessaa Kaffaltii daandiiwwanii irraa galii Birrii miilliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 92 walitti qabame Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Interpiraayiziin kaffaltii daandiiwwanii Ityoophiyaa walakkeessa waggaa jalqabaa bara 2012tti galii Birrii miilliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 92 walitti…