Oduu biyya keessaa Abbootii fi Dargaggoonni Gaamoo Imala nageenyaa eegalan Sifen Megersa Jan 15, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo imala nageenyaa eegalan. Marga jiidhaa qabachuun Amajjii 6 kaasee hanga Amajjii 14,2012tti imala waliin jireenyaa fi…
Oduu biyya keessaa Guyyaa filannoo bara 2012 murteessuuf mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 15, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 6 ,2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa filannoo bara 2012 murteessuuf marii gaggeessaa jira. Boordiin Filannoo Biyyaalessaa guyyaa filannoo…
Balballoommii fi yaada Miidiyaaleen odeeffannoo madaala qabuun gabaasuu akka qaban ibsame Wabi Fufa Jan 15, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Miidiyaaleen sagantaalee fi imaamata paartilee siyaasaa ummataaf dhiyeessan bifa madaala qabuun dabarsuu akka qaban hayyoonni damichaa ibsaniiru. Faanaa…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina Ityoophiyaa dhugoomsuuf ga’een dubartootaa fi haadholii olaanadha- MM Dr Abiy Obse Wakgari Jan 15, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) - Waltajjiin dubartootaa sadarkaa magaalaa Galma Barkumeetti taa'amaeera. Waltajjichi mata duree " Gamtooman gara badhaadhinaa" jedhuun…
Fayyaa Abbaan warraa fi haati warraa hoospitaala Phaawulositti yaala maseenummaa hordofaa turan daa’ima… Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Abbaan warraa fi haati warraa Giddugala Yaala maseenumaa Koollejjii Yaala Miliniyeemii Hoospitaala Qiddus Phaawulositti yaala maseeenumaa hordofaa turan…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Awwal Aarbaa fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddari Ameerikaa Maayk Raaynar durfamu Eertaalee… Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Jilli Preezdaanti mootummaa Naannoo Affaar obbo Awwal Aarbaa fi Ityoophioyaatti Ambaasaaddari Ameerikaa Maayk Raaynar durfamu Volkaanoo Eertaalee…
Oduu biyya keessaa Iddoon ijaarsa Paarkii Industirii magaalaa Waraabee filatame Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Paarkii Industirii magaalaa Waraabee baasii doolaara miiliyoona dhibba tokkoo fi miiliyoona 53 ijaaramuuf iddoon ijaarsa filatame. Paarkichi lafa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Jimmaa Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa fi Tuurizim Ityoophiyaa waliin hojjechuuf marii… Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Yuunivarsitiin Jimmaa Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa fi Tuurizim Ityoophiyaa waliin hojjechuuf marii gaggeese. Marii kanarrattis hojii misooma hawwataa…
Fayyaa Buna dhuguun ulfaatina qaama ni hir’isa- Qoranno Obse Wakgari Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Guyyaatti buna siinii afur dhuguun ulfaatina qaama hir’isuuf akka gargaaruu qorannoon takka ibseera. Guyyaatti buna siinii afur dhuguun cooma qaama…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni haada sarara bilbilaa hatan to’ataman Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Shakkamtoota haada sarara bilbilaa hatan too’achuun qorannoo gaggeessaa jiraachuu Koomishiniin Poolisii Finfinnee beeksise. Haadni kun qabeenyummaan…