Ayyaanni Seeraa jijjiirra bara haaraa ummata Halaabaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) - Ayyaanni Seeraa jijjiirra bara haaraa ummata Halaabaa Finfinneetti kabajame.
Ayyanicharratti Ministirri ministira Aadaa fi Turizimii Dooktar Hiruut…