Idil Addunyaa Chaayinaatti namoonni vaayrasi koroonaan du’an kuma 1 ol ta’e Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Chaayinaatti namoonni vaayrasi koroonaan du’an kuma 1 ol ta’eera. Chaayinaan anga’oota olaanoo vaayrasi koroonaa hin ittisne hojjirra kan…
Idil Addunyaa Naayjeeriyaatti miidhaa qaama hidhateen qaqqabsiifameen lubbuun namoota 30 darbe Wabi Fufa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) -Naayjeeriyaatti miidhaa qaama hidhateen qaqqabsiifameen lubbuun namoota 30 darbe. Kaaba baha Naayjeeriyaa bulchiinsa Burnootti miidhaa qamni hidhate…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa weerara lafaa ittisuuf qabiinsa ragaa ammayyeessaa jiraachuu beeksise Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Weerara lafaa seeraan alaa ittisuuf qabiinsa ragaa ammaayyeessaa jiraachuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiseera. Hojimaata badaa…
Oduu biyya keessaa Fooramiin biiznasii Afrikaa 3ffaan Finfinneetti taa’amaa jira Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Fooramiin biiznasii Afrikaa 3ffaan Finfinneetti taa'amaa jira. Fooramichi qopheessummaa Koomiishinii Diinagdee Afrikaatini taa'amaa kan…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Naayjeeriyaa Mohaammaduu Buhaarii waliin… Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Naayjeeriyaa Mohaammaduu Buhaarii waliin mari'atan. Dooktar Abiy har'a ganama waajjira…
Fayyaa Zaytiin nyaataa sadarkaa qulqullinaa gadi ta’e gara biyya keessaa yeroo galuuf jedhu dhorkame Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Zaytiin nyaataa sadarkaa qulqullinaa gadi ta’e Jarikaanni kumni 19 fi 770 gara biyya keessaa yeroo galuuf jedhu dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Biiznasii Warshaalee oomishni isaanii sadarkaadhaa gadi ta’e 9 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Warshaalee sadarkaa ugaalaalee oomishtummaa murteessoo ta’an hin guunne 9 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Indastirii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawaq sirna awwaalchaa Daani’eel Araap Mooy irratti hirmaachaa jiru Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa preezdaantii FDRI Saahilawaq Zawdeetin duurfamu sirna awwaalchaa preezdaantii Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap Mooy irratti…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Injiinar Silashiidhan duurfamu waliigaltee Hidha Haaromsaa gamaaggamuu eegaleera Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa ministira Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaatin duurfamu Ameerikaa Waashiingitanitti bu’aa marii Hidha…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan nagayaan xumuramuu Koomiishiniin Poolisii Magaalaa… Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan nagayaan xumuramuu Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise. Jiraattonni magaalaa Finfinnee…