Oduu biyya keessaa Shaggaritti Sosochiin torbee nageenya tiraafikaa gaggeeffame Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti sosochiin torbee nageenya tiraafikaa'mata duree 'Sababa Kootiin lubbuun nama tokkoo darbuu hin qabu!' jedhuun gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sosochiin ga’umsa qaamaa hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffame Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Finfinneetti sosochiin ga'umsa qaamaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Soolaarii humna Ekektirikaa Kiiloo Waattii 370 maddisiisu eebbifame Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 95 kan hojjetame Piroojektiin Soolaarii Odaa humna Ekektirikaa Kiiloo Waattii 370 maddisiisu eebbifameera. Humni kun…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin sarara Elektirikii Baha Afrikaa Keeniyaa irraa gara Taanzaaniyaatti humna dabarsuu… Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Qaama bu’uura Misooma humna Elektirikaa Itiyoophiyaa, Keeniyaa fi Taanzaaniyaa kan ta’e proojaktiin sarara Elektirikaa Baha Afrikaa Keeniyaa irraa gara…
Ispoortii Maanchuriyaan Darbii 195ffaa Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan kilaboonni masaanuun magaalaa Maanchisteer, Siitiifi Yuunayitid har'a yeroo 195ffaaf morkiin taasisan ni eegama.…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri rakkoon teeknikaa isa mudate daqiiqaa 30 booda deebi’ee qubate – Daandii… Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Itiyoophiyaa Finfinneerraa gara Dubaayi imala eegalee ture rakkoo teeknikaa isa mudateen daqiiqaa 30 booda deebi'uun qubachuu Daandiin Qilleensaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin Niwuukaasiilii fi Ipisiwiich morkattoota isaanii yoo injifatan,… Debela Tadesse Dec 14, 2024 0 Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 16ffaan Niwuukaasiilii fi Ipisiwiich morkattoota isaanii yoo injifatan, dursaan liigichaa Liiverpuul Fuulhaam…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni naannolee garaagaraatti hojiilee misoomaa gaggeeffamaa jiran daawwatan Debela Tadesse Dec 14, 2024 0 Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC)- Ministiroonnii fi qondaaltoonni olaanoon mootummaa naannolee garaagaraatti hojiilee misoomaa gaggeeffamaa jiran daawwataniiru. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Horroo Guduruutti Miseensonni WBO karaa nagaan gala jiraachuun ibsame Debela Tadesse Dec 14, 2024 0 Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC)-Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti waliigaltee nageenya waareessuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi WBO gidduutti taasifame hordofee miseensonni garichaa karaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ugaandaan Godaantota waliin dhokatanii kanneen yakka raawwatan waloon ittisuuf… Debela Tadesse Dec 14, 2024 0 Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ugaandaan Godaantota waliin dhokatanii kanneen yakka raawwatan waloon ittisuuf waliigalteerraa ga’uun ibsame. Itaamaajoor Shuumiin…