Hawaasni maallaqa sobaan akka hin gowwoomfamne of eeggannoo gochuu qaba jedhame
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Wayita biittaafi gurgurtaa raawwatu hawaasni maallaqa sobaan akka hin gowwoomfamne of eeggannoo gochuu akka qabu Poolisiin Magaalaa Finfinnee hubachiise.…