Ispoortii Liiverpuul 2 – 0 Maanchiister Siitii Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Taphni cimaan torbee 13ffaa Piriimeer Ingilaandi olaantummaa Liiverpuuliin xumurame. Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii galchii 2 fi 0n…
Ispoortii Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon Atileetoota cimoo waggaa addunyaa jedhaman Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon badhaasa Atileetii cimaa fi cimtuu waggaa addunyaa injifataniiru. Atileet Taammiraat Tolaan badhaasa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii injifatan Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasiifame kan… Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota olaanoo Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti taasiifame biyyattiitti nageenya waaraa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammatti lafa hektaara miiliyoona 5.3 olirraa oomishni walitti qabame Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 5 fi kuma 300 fi kuma 12 olirraa oomishni walitti qabamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasiifame waan… Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti taasiifame waan jajjabeeffamu ta'uu Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Adeemsi Hojii Misooma Koriidarii Addabaabayii Calcalii – Bakkannisaa – Furii –… Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Adeemsa Hojii Misooma Koriidarii Addabaabayii Calcalii - Bakkannisaa - Furii - Haannaa gamaaggamamuu…
Oduu biyya keessaa Tigraayitti Hoomaa Simbira Girrisaa ittisuuf biiffaan Keemikaalaa gaggeeffame Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Naannoo Tigraayitti Hoomaa Simbira Girrisaa mudate ittisuuf biiffaan Keemikaalaa Xiyyaaraan gaggeeffameera. Hoomaa Simbira girrisaa mudate ittisuun…
Ispoortii Atileet Magartuu Alamuun Fiigicha Maaraatoonii Vaaleenishaa injiffatte Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Atileet Magartuu Alamuun Fiigicha Maaraatoonii Vaaleenishaa har'a gaggeeffame injiffatte. Atileet Magartuun fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 16 fi…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Magaalaa Dabra Maarqositti Dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera. Dargaggoota kutaalee magaalichaa hunda keessaa walitti…