Gurmaa’insi gandaa haaraan milkaa’ina hojii qonnaaf gumaacha olaanaa taasisaa jira – Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Gurmaa’insi gandaa haaraan milkaa’ina hojii qonnaaf gumaacha olaanaa taasisaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammaachuun ibsan.…