Maanchister Yuunaayitid Istaadiyeemii haaraa ijaarsisuufi
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Maanchister Yuunaayitid Istaadiyeemii haaraa daawwattoota kuma 100 ol keessummeessuu danda’u ijaarsisuuf akka ta’e ifoomseera.
Istaadiyeemichi baasii…