Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Baaroo kabajame Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Magaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera. Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, kutaaleen hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Calalaqaa kabajame Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Irreechi Malkaa Calalaqaa karaa nagaafi miidhagina qabuun kabajameera. Irreechi Malkaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Liivarpuul – Cheelsii, Woolviis –… Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 8ffaan taphni har'a Liivarpuul - Cheelsii, Woolviis - Maanchiisteer Siitii keessummeessan hawwiin eegama.…
Oduu biyya keessaa Piroojektoonni jallisii misooma qonnaa Itiyoophiyaa milkeessan saffisaa jiru – Dooktar… Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kurmaana 1ffaatti piroojektoonni jallisii misooma qonnaa Itiyoophiyaa milkeessan saffisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Caancoo haala ho’aa ta’een kabajame Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Irreechi Malkaa Caancoo Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera. Irreechi Malkaa Caancoo kun bakka Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa haleellaa kallattii kamiiyyuu qolachuu danda’u ijaarameera – Leetanaal… Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Humni Qilleensaa haleellaa kallattii kamiiyyuu qolachuu danda'u ijaaramuu Ajejaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hojiilee Riifoormii Poolisii magaalaa Finfinnee daawwatan Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee Riifoormii Poolisii magaalichaa daawwataniiru. Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa…
Ispoortii Pireezidaantiin CAF Paatiriis Mootiseeppeen Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Pireezidaantiin Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppeen Finfinnee galaniiru. Paatiriis Mootiseeppeen Yaa'ii Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa 2016/17 lafti hektaarri miiliiyona 20 sanyiin uwwifameera-MQ Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Bara oomisha 2016/17 qonnaa gannaan lafti hektaaraa miiliyonaa 20tti dhiyaatu sanyiin uwwiifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Gamaaggamnii raawwii…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan sadan darban lammiilee kuma 619’f carraan hojii umameera-MHO Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Bara baajataa 2017 kurmaana jalqabaatti lammiilee kuma 619’f carraan hojii umamuu Ministeerrii Hojii fi Ogummaa beeksise. Gamaaggamni raawwii…