Itiyoophiyaan michummaa Raashiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Obbo Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan michummaa dameewwan garaagaraan Raashiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsitee kan itti fuftu ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…