Oduu biyya keessaa Goobeen Hooda! Shinooyyeen milkii! Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Achii dhuftee hidda ummata tokkoo keessa eenyummaatu jira. Eenyummaan kuusaa calaqqee addaa — seenaa, duudhaafi safeeffannaa walxaxaa, moggaasa birqaba sabaa maqaa dhahatanii himatani.…
Oduu biyya keessaa Guddinni saffisaan Finfinneetti galmaa’aa jiru Magaalota Afrikaa biroof fakkeenya ta’uun ibsame Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Guddinni saffisaan Magaalota Finfinneetti galmaa’aa jiru magaalota afrikaa biroof akka fakkeenyatti kan eeramu ta’uu Bakka Bu’oonni Biyyootaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Chayinaa-Afrikaarratti Itiyoophiyaan qabeenya invastimantii ishee beeksiste Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Yaa’ii Walta’iinsaa Chayinaa-Afrikaarratti Itiyoophiyaan qabeenya invastimantii ishee beeksiste. Yaa’icharratti kan hirmaataan Itti Aanaa Komishinaraa…
Oduu biyya keessaa Maallaqni biyya alaarraa ergamuu Itiyoophiyaanota abbaa misooma kan taasisuudha-Obbo Maammoo… Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Itiyophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa biyya alaa jiraatan maallaqni gara biyya isaaniitti ergan misooma biyyattii keesaatti dammaqinaan akka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa Lii Kiyaangi waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti mariin ajandaa walitti qabuu xumurame Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti adeemsi ajandaa walitti qabuu xumuramuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Hirmaattonni marichaa ajandaalee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad, qooda Dhaabbanni ‘CCCC’ magaaloota Itiyoophiyaa ammayyeessuu keessatti bahachaa… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii Beejingitti taasiisaa jiraniin marii dhaabbata Ijaarsaa fi Kominikeeshinii Chaayinaa waliin…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Gola Hambaa imala Ajaja Bahaa Waggoottan 47 darbanii mul’isu… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Magaalaa Harariitti Gola Hambaa imala Ajaja Bahaa Waggoottan 47 darbanii…
Oduu biyya keessaa Faanaan dhimmoota bishaanii fi inarjiirratti xiyyeeffannaa addaan hojjeta-Obbo Admaasuu Daamxoo Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Faanaan Biroodkaastingi Koorporeet dhimmoonni bishaanii fi inarjii lammiilee waliin kallattiin waan walqabatuuf xiyyeeffannaa addaa kennuun kan hojjetu…
Biiznasii Baatii Fulbaanaa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan itti fufa jedhame Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Baatii Fulbaanaa keessa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…