Oduu biyya keessaa Qaammee 1, Guyyaa Ce’umsaa ta’uun kabajamee oola Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Mata duree “Tattaaffiiwwan ce’umsaan waqtiiwwan ifaa haaraa” jedhuun Qaammee 1, Guyyaan Ce’umsaa kabajamee akka ooluu ibsame. Ministirri Ministeeraa…
Biiznasii Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegale Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa 2017 sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegaluu Waajjirri Daldalaa magaalichaa beeksiise. Oomishaaleen qonnaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa diina kamiiyyuu qolachuu danda’u ijaarame – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Raayyaan Ittisaa diina kamiiyyuu qolachuu danda’u ijaaramuu Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan ibsan. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Hawaasa diyaaspooraa gara biyya dhufaa jiran sirnaan keessummeessuuf qophiin barbaachiisu… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Hawaasa diyaaspooraa gara biyya dhufaa jiran sirnaan keessummeessuuf qophiin barbaachiisu taasiifamuu Waajjirri Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Daangaan Itiyoophiyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa har’as raayyaa ittisa biyyaa waliin ta’uun… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Daangaan Itiyoophiyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa har’as raayyaa ittisa biyyaa waliin ta’uun dirqama nurraa eegamu hunda ni baana jedhan…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galte Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Chaayinaan Piroojektoota garaagaraa raawwachiisuuf kan oolu Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galuu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi Amaataroota 250 eebbisiise Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota dameelee aartii garaagaraatiin leenjisaa ture 250 marsaa 10ffaaf eebbisise. Eebbifamtoonni kunneen dameelee aartii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama Ajaja Bahaa waggaa 47ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Ajaja Bahaa waggaa 47ffaan naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira. Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa Amfii…
Oduu biyya keessaa Jilli Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Jigjigaa gale Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu sirna kabaja hundeeffamaa waggaa 47ffaa ajaja…