Fooramiin Magaalota Afrikaa boru Finfinneetti gaggeeffamuu eegala
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaalota Afrikaa jalqabaaf boruu Finfinneetti gaggeeffamuu eegala.
Fooramichi mata duree “Misoomaa Magaalotaa Waaraa Ajandaa Ce’umsaa Afrikaa…