Oduu biyya keessaa Sirni Awwalchaa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos raawwatame Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaatti waggoota hedduuf sochii siyaasaa keessatti hirmaannaa taasisaa kan turan sirni awwaalchaa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos raawwatameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti kabaja Ayyaanoota Masqalaafi Irreechaa ilaalchisee Jaarmiyaalee Dargaggootaafi… Sifen Megersa Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti kabaja Ayyaanoota Masqalaafi Irreechaa ilaalchisee Jaarmiyaalee Dargaggootaafi Dubartoota Waliin mari’atameera.…
Biiznasii Itiyoo – Teelee Koom bara baajataa kana maamiltoota isaa miiliyoona 83tti ol guddisuu hojjechaa… Sifen Megersa Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Itiyoo – Teelee Koom bara baajataa 2017 maamiltoota isaa miiliyoona 83tti ol guddisuu hojjechaa jiraachuu ibseera. Birrii biiliyoona 163.7 walitti…
Oduu biyya keessaa Horsiisee bultoonni inshuraansii beeyladaa akka bitatan waamichi dhiyaate Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Horsiisee bultoonni inshuraansii beeyladaa bara 2017 marsaa jalqabaa akka bitatan Ministeerri Qonnaa waamicha dhiyeesse. Gurgurtaan inshraansii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii qajeeltoo Gaanfa Afrikaa bu’uura taasiise dagaagsuu barbaaddi… Sifen Megersa Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii qajeeltoo Gaanfa Afrikaa bu’uura taasiise dagaagsuu kan barbaaddu ta’uu Ministeera Dhimma Alaa beeksise. Dubbii…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaan hojiin bara jireenya isaaniitti hojjetan kan nama boonsuudha-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaan hojiin bara jireenya isaaniitti hojjetan kan nama boonsu waan ta’eef dhaloonni irraa barachuu qaba jechuun Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Sirni geggeessaa reeffa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirni geggeessaa reeffa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos galma Barkumeetti gaggeeffamaa jira. Sirna gaggeessicharratti Qondaaltonni mootummaa, maatii fi…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen Karameellaa Hanii Siwiitii, Laavilii fi Googil jedhaman gabaarra akka hin oolle… Sifen Megersa Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Oomishaaleen Karameellaa Hanii Siwiitii, Laavilii fi Googil jedhaman gabaarra akka hin oolle dhorkamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni kumni 16 ni bobbaafamu-Waldicha Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni tola ooltonni kumni 16 kan bobbaafaman ta’uu Waldaan Dargaggootaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sirni Damaraa fi Irreechi rakkoo nageenyaa malee akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jira-Poolisii… Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirni damaraa Masqalaa fi Irreechi rakkoo nageenyaa malee akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamaa jiraachuu Poolisiin Federaalaa Beeksise. Poolisiin…