Idil Addunyaa Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaan argame Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaa ta’e Bootsiwaanaatti argamuun dhaga’ame. Daayimandiin addunyaarraa guddinaan 1ffaa ta’e bara 1905 Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Huurrii mudateen Xiyyaaronni buufata filmaataa biroo akka qubatan taasifamuu daandichi beeksise Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Haala qilleensa ‘Huurrii cimaa’ mudateen xiyyaaronni gara Buufataa Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti imalaa turan buufata filmaataa biraa akka qubatan…
Biiznasii Aliibaabaa’n Itiyoophiyaatti hojii eegaluufi Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Dhaabbanni daldala elektirooniksii Chaayinaa Gareen Aliibaabaa Itiyoophiyaatti hojii eegaluuf ta’uun ibsame. Gareen Aliibaabaa, Daandii Qilleensa…
Oduu biyya keessaa Adeemsa Guddina biyyaaf hojiiraa Oolmaan Cee’umsa Dijitaalaa murteessaa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FBC )- Adeemsa guddina biyyaaf hojiiraa oolmaan Cee’umsa Dijitaalaa murteessaadha jedhan Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xirunaan. Manni Maree…
Ispoortii Itiyoophiyaan Paaraalimpiikii 17ffaa Paarisirratti ni hirmaatti Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommii Paaraalimpiikii 17ffaa Paarisitti Hagayya 22 eegalee gaggeeffamurratti ni hirmaatti. Dorgommicharratti Atileetonni kuma 4 fi 400…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni Finfinnee duula biqiltuu dhaabuu boriirratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Finfinnee duula Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu boru gaggeeffamurratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate. Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Araggaa Kabbadaan ummanni naannichaa duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuurratti… Tsehay Guluma Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FBC )- Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ummanni naannichaa duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu guyyaa boru…
Fayyaa ‘Maariyyeen Jaldeessaa’ Itiyoophiyaa akka hinseenne hojjetamaa jira-Ministeericha Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaa akka hinseenne hojiin dursanii ittisuu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa madaala uumamaa bakkatti deebisuuf daandii amansiisaadha-BKO Tsehay Guluma Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FBC )- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa madaala uumamaa bakkatti deebisuuf daandii amansiisaa ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Birichi duula guyyaa…
Oduu biyya keessaa Guddinaa fi Badhaadhina biyyaa mirkaneessuuf humna namaa gabaarratti barbaadamaa horachuun… Tsehay Guluma Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FBC)- Guddinaa fi badhaadhina biyyaa mirkaneessuuf humna namaa gabaarratti barbaadamaa ta’ee, ogummaa fi teeknooloojiin ga’oomee fi leenji’e horachuun murteessaa…