Tola Ooltota Wal’aansaa Hindii fi Ameerikaarraa dhufaniif sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 15, 2016 (FBC)–Tola ooltota tajaajila Onnee baqaqsanii wal’anuu fi leenjisuu Hindii fi Ameerikaarraa dhufaniif sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffameera.…