Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) –Manni Maree Ministiroota walga’ii Idilee 37ffaa har’a gaggeesseen wixineewwan dambii 8 dhiyaatanirratti mari'achuun murtoowwan garaagaraa dabarseera.…