Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 199 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 199 har’a balalliiwwan sadiin gara deebi’aniiru. Ebla 4, 2016…
Oduu biyya keessaa Nageenya qe’ee keenyaa tikfachuun nageenya Oromiyaaf murteessaadha – Obbo Abdurahmaan… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Mariin dhimma nageenyaa fi misoomaarratti xiyyeeffate Godina Booranaatti gaggeeffameera. Maricharratti sadarkaa Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5.8 dhiyaachuun qonnaan bulaaf raabsamaa… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa kana xaa’oo kuntaala miiliyoona 8.8 dhiyeessuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti kuntaalli miiliyoonni 5.8…
Fayyaa Dhibeewwan daddarboo hin taane seektara fayyaarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu ibsame Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Dhibeewwan daddarboo hin taane seektara fayyaarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dhiyeessa qorichaalee dhibee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Ijaarsa Diinagdee Dijitaalaaf xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jirti – Obbo… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Ijaarsa Diinagdee Dijitaalaaf xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jiraachuu Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Magaalaa Dambii Dollootti dhimmoota misoomaafi nageenyaarratti… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Dollootti…
Oduu biyya keessaa Tigraayitti Indaastiriiwwan haaraan 227 hojii eegalan Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti baatiwwan saglan darban Indaastiriiwwan haaraan 227 hojii eegaluu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Marii Biyyaalessaaf Dhaabbileen Miidiyaa gahee isaani bahachuu qabu –… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Milkaa’ina Marii biyyaalessaaf dhabbiileen Miidiya qajeelummaa dhugaafi amanamummaan gahee isaanii bahachuu qabu jedhan Komishinarri Komishinii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Saa’ud Arabiyaatti hanqina hojmaata bobbii hojiirratti mul’atu furuuf hojjetamaa… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Ministir Deetaa Ministeera Qabeenya Namaa fi Misooma Hawaasummaa Saa’ud Arabiyaa Abdiilwaahaab…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen argisiisa Istiraayid Itiyoophiyaa daawwatan Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaa fi jilli isaaniin durfamu argisiisa ‘Istiraayid Itiyoophiyaa’daawwataniiru.…