Oduu biyya keessaa Kitaabni Mootummaa Ida’amuu eebbifamaa jira Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Kitaabni Mootummaa Ida'amuu'jedhamu Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame eebbifamaa jira. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Teeknooloojii Baankiin Siinqee Tajaajila ‘Pree paid Card’ ifoomse Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Baankiin Siinqee dhaabbata 'East Africa Mastercad' fi 'Primier Switch Solution' (PSS) waliin waliigaltee hojii waggaa 5'f turu mallatteesseera.…
Idil Addunyaa Warshaan Qulqulleessa boba’aa Aliikoo Daangotee… Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Warshaan Qulqulleessa boba’aa Abbaa Qabeenyaa Afrikaa Lammii Naayijeeriyaa Aliikoo Daangotee baatiwwan sadi keessatti boba’aa Liitira biiliyoona 1.1…
Ispoortii Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha meetira kuma 1 fi 500'n Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate. Atileet Fireewayiniin…
Oduu biyya keessaa Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee hiriirri gaggeeffame xumurame – Poolisii Naannoo Amaaraa Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee hiriirri deeggarsaa gaggeeffame milkiin xumurame jedhe Qajeelchi Poolisii Naannoo Amaaraa. Hiriirri deeggersaafi…
Oduu biyya keessaa Xumuramuu Hidha Haaromsaa ilaalchisee Godinaalee fi Magaalota Oromiyaatti mariin Paanaalii… Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraatti mariin paanaalii gaggeeffame. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa dhaabbata aviyeeshinii ibsituu Paan Afrikaa ta’edha- Obbo Masfin Xaasaw Ayana Dheressa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaabbata aviyeeshinii ardichaa ibsituu Paan Afrikaa ta’edha jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daandii Qilleensichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa mallattoo guddummaafi waltumsuuti- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa mallattoo guddummaafi waltumsuuti jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Xumuramuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun Godinaalee Oromiyaatti mariin paanaalii gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraatti mariin paanaalii gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Xumuramuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun Magaalaa Kamisee fi naannoo isheetti hiriirrii deeggarsaa… Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Magaalaa Kamisee fi naannoo isheetti hiriirrii deeggarsaa gaggeeffameera. Hidhi…