Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ambaasaaddara Israa’eel waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ityoophiyaatti Ambaasaddara Israa’eel Alleeliny Admaasuu waliin…
Oduu biyya keessaa Argisiisni biyyaalessaa Hojii baname Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Minsteerrii Hojii fi Ogummaa Faawundeeshinii Master Kaardii fi Daraja.Com waliin ta’uun Argisiisni Biyyaalessaa Hojii qopheessan baname.…
Oduu biyya keessaa IGAD Eegumsa Godaantotaarratti mari’ate Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) hammattoo Imaammata Haaraa eegumsa Godaantotaa ilaalchisee qophaa’eerratti Magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Piroojaktii Laga Dachaatuu haala Jalqabaasiisuun danda’amurratti mari’atame Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Jilli Biyyoota Addunyaa 8 irraa walitti babahe pirojektii Laga Dachaatuu haala jalqabaasiisuun danda’murratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree…
Oduu biyya keessaa Artisti Yaareed Zalaalam (Lij Yaared) mana amala sirreessaa akka bu’u ajaji kenname Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Artisti Yaareed Zalaalam yookaan maqaa masoo Lij Yaared jedhamuun kan beekamu himannaa dachaa irratti dhiyaateen mana amala sirreessaa akka bu’u Mannii…
Oduu biyya keessaa Walta’iinsa damee qonnaa fi misoomaa indaastirii giddugaleeffate cimsuun barbaachisaadha- Dooktar… Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Walta’iinsa damee qonnaa fi misooma indaastirii giddugaleeffate cimsuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan karoora Walta’iinsaa “Belt And Road” hojiirra oolchuuf dandeessisu ifoomsite Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing karoora sadarkaalee biyyattii saddeet walta’iinsa “Belt And Road” qulqullina olaanaan hojiirraa oochuuf…
Oduu biyya keessaa Sosochiin bu’aa qabeessummaa hojiilee qonnaa guddisuuf xiyyeeffate gaggeeffame Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti waltajjiin sosochii hojiilee misooma qonnaa qindaa’aarratti xiyyeeffate Magaalaa Buttaa Jiraatti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Yakkoota saayibarii ittisuuf biyyoonni adeemsa qindaa’aa hordofuu barbaachisa-Obbo Solomoon Sookaa Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Yakkoota saayibarii ittisuuf biyyoonni adeemsa qindaa’aa yeroon gaafatu hordofuun barbaachisaa ta’uu Daayrektarri Olaanaan Bulchiinsaa Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gaambeellaatti lammiilee balaa lolaan buqqa’aniif deeggarsi Birriii miiliyoona 14 taasifame Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti lammiilee balaa lolaan qe’ee fi qabeenyaa isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 14 olitti…