Bulchiinsa magaalaa Cirootti harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Cirootti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 400 oliif deeggarsi akaakuu garaagaraa taasiifameera.
Waldaaleen…