Idil Addunyaa Maasuud Peezeeshkiyaan Pireezidaantii Iraan ta’uun filaman Debela Tadesse Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Leellisaan jijjiiramaa Dooktar Maasuud Peezeeshkiyaan morkataa isaanii Sa’iid Jaalilii injifachuun Pireezidaantii Iraan ta’uun filamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Indaastirii Bulbulaa Abbootii qabeenyaa 42 simachuun hojiitti galaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Paarkiin Indaastirii Qonnaa Qindaa'aa Bulbulaa abbootiin qabeenyaa 42 simachuun hojiitti galaa jiraachuu Korpooreshinii Misoomaa Paarkii Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Waliigalaa Yuunivarsiitii Arbaaminci eebbisiisan Debela Tadesse Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Waliigalaa Yuunivarsiitii Arbaaminci eebbisiisan. Dooktar Abiy gama…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 800 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman Tsehay Guluma Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) –Magaalaa Shaggaritti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 800 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru. Saganticharratti Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota barsiisaa ture kuma 5 fi 911 eebbisiise Debela Tadesse Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 fi 911 har’a eebbisiiseera. Barattoota har’a…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Mattuu Barattoota kuma 1 fi 44 eebbisise Tsehay Guluma Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) - Yuunivarsiitiin Mattuu barattoota muummeewwan barnoota garaa garaan barsiisaa ture kuma 1fi 44 eebbisiiseera. Pireezidaantii Eeggataan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Adaamaa Barattoota barsiisaa ture eebbisiise Debela Tadesse Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 100 eebbisiise. Barattoota…
Oduu biyya keessaa Fiigicha “Nageenyi Hundaaf; Hunduu nageenyaaf” gaggeeffamuun daandileen cufaman ifooman Tsehay Guluma Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti fiigicha daandiirraa “Nageenyi Hundaaf; Hunduu nageenyaaf” jedhuun gaggeeffamuun walqabatee daandileen konkolaatotaataf cufaa ta’an…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Barnoota Kotobee fi Siviil Sarvisii Itiyoophiyaa barattoota barsiisaa turan… Tsehay Guluma Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Barnoota Kotobee fi Siviil Sarvisii Itiyoophiyaa barattoota Muummee barnoota garaagaraan barsiisaa turan eebbisisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Piroojektoonni 104 baasii Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman xumuramuun Eebbaaf… Tsehay Guluma Jul 6, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) – Godina Boorana Bahaatti Piroojektoonni 104 baasii Birrii biiliyoona 2.1'n ijaaraman xumuramuun eebbaaf qophaa’uun ibsame. Mootummaan Naannoo…