Humnoonni Sudaan lameen Sooma Ramadaanaan dhukaasa akka dhaaban waamichi dhiyaate
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Manni Maree Nageenya Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Humnoonni Sudaan baatii Sooma Ramadaanaa keessa dhukaasa akka dhaaban waamicha dhiyeesse.…