Hoggansi sadarkaan jiru nageenya naannichaa waaressuuf murannoon hojjechuu qabu – Obbo Araggaa…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Rakkoo bulchiinsa gaarii fi nageenyaa naannoo Amaaraa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Araggaa Kabbadaan…