Oduu biyya keessaa Yaa’ii Mana Maree Naannoo Hararii xumurame Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Yaa'iin Idileen Mana Maree Naannoo Hararii gaggeeffamaa ture xumurameera. Yaa’ichi olmaa isaa har’aan Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Ordiin Badriin…
Idil Addunyaa Joo Baayidan idaa barnootaa Doolaara biiliyoona 1.2 barattootarraa haqan Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Pireezidaantii Joo Baayidan liqaa barnootaa Doolaara biiliyoona 1.2 ta'u haquun gabaafame. Maallaqni kun barattoota kuma 153 ta'an…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Humna Galaanaa yeroo kamuu caalaa ergamaaf qophii ta’uun ibsame Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Miseensonni Raayyaa Humna Galaanaa yeroo kamuu caalaa ergamaaf qophii ta’uu Humni galaanaa Itiyoophiyaa beeksise. Bakka Bu'aan Ajaja Olaanaan Humna…
Oduu biyya keessaa Fooramiin magaalotaa gaggeeffamaa ture goolabame Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Fooramii magaalotaa 9ffaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti Guraandhala 9 irraa eegaluun gaggaggeeffamaa ture goolabameera.…
Teeknooloojii Magaalaa Bishooftuutti ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifame Sifen Megersa Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti Diinagdee Diijitaalaa tumsuu fi magaalaa ammayyaa ijaaruuf kan gargaaru ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifamuun tajaajilaaf…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Walta’iinsa Yaa’a Laga Naayil dhugoomsuuf adda durummaa ishee cimsitee kan itti fuftu… Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016(FBC)- Itiyoophiyaan Walta’iinsa Yaa’a Laga Naayil dhugoomsuuf adda durummaa ishee cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…
Biiznasii Sheediiwwan Paarkii Indaastirii Adaamaa hundatti abbootiin qabeenyaan seenanii hojjechaa… Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Paarkiin Indaastirii Adaamaatti sheediiwwan 19’n argaman hundatti abbootii qabeenyaan seenanii hojjechaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Koorporeeshinii…
Oduu biyya keessaa Nageenya Naannoo Hojii Indaastirii Eeguun Dirqama Qooda Fudhattoota Hundaati -Dooktar Tashoomaa… Sifen Megersa Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti Waltajjiin Marii Gar-Sadee Hawaasummaa Qooda Fudhattoota Waliin Gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Oromiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota Godinaalee Naannoo Oromiyaa waliin Mari’ataniiru. Mariin isaaniis haala yeroo…
Oduu biyya keessaa Asallaatti Mana Barumsaa Bultii Adda Birrii miiliyoona 168’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa… Debela Tadesse Feb 22, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Bana Barumsaa Bultii Addaa miiliyoona 168’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame. Sirnicharratti Ministirri Ministeera…