Idil Addunyaa Iraan kaadhimamtoota Pireezidaantummaaf dorgoman ifoomsite Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimma Biyya keessaa Iraan kaadhimamtoota Pireezidaantummaa biyyattiif dorgoman ifoomseera. Ministeerichi filannoo Pireezidaantummaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli leenjichaa sirna baniinsa leenjii leenjitoota haaraa gaggeesse Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Giddugalli leenjii Humna Qilleensaa fi Komaandoo Bilaattee sirna baniinsa leenjii leenjitoota haaraa gaggeesseera. Sirna baniinsichaarratti, Ajajaa…
Oduu biyya keessaa Hanqina bishaan dhugaatii Harar furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira-Obbo Ordiin Badrii Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Hanqina bishaan dhugaatii baroota dheeraa Magaalaa Harar furuuf hojiitti galamuu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin ibsan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti Biqiltun Bunaa biiliyona 2.6 qophaa’eera-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Biqiltuu bunaa biiliyoona 2.5 ta'u qopheessuuf karoorfamee, hanga ammaattii, karooraa ol, biqiltuu biiliyona 2.6 qophaa’uu Pireezidaantiin Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa hawwata tuuriizimiif oolan qabnu beeksisuun dirqama-Afyaa’ii Caffee Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Qabeenya uumamaa hawwata tuuriizimiif oolan qabnu beeksisuun dirqama jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan. Jila Afyaa’ota…
Oduu biyya keessaa Daandichi balalii gara Aksumitti eegale Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa addaan cite kan ture gara Magaalaa Aksumitti har’aa irra deebiin balalii eegaleera. Baatiiwwan ja’an darban hojiilee…
Oduu biyya keessaa Omishtummaa dabaluun gargaaramummaarraa badhaadhinaatti ce’u qabna-Obbo Tasfaayee Beeljigee Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan fakeenya bilisummaa Afriikaa fi addunyaa akkuma taate oomishtummaa dabaluun gargaaramummaarraa badhaadhinaatti ce'u qabna jedhan Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Sababa misooma kooriidariin manneen kaafaman deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa ka’ame Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sababa misooma kooriidarii gaggeeffamaa jiruun manneen kaafaamaan bakka buusuuf dhagaa…
Oduu biyya keessaa Biyya tokkummaan sabaa fi sablammootaa keessatti mirkana’ee uumuuf tokkummaan hojjachuu qabna… Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Biyya tokkummaan sabaa fi sablammootaa keessatti mirkana'ee uumuuf tokkummaan hojjachuu qabna jedhame. Waltajjiin marii hawaasaa mata duree…
Oduu biyya keessaa Waltajiin Mariin hawaasaa Magaalaa Shaggaritti gaggeeffame Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Waltajiin Mariin hawaasaa bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti gaggeeffamera. Waltajjichi “Gargaaramuu irraa gara oomishtummaatti, birmadummaa fi kabaja…