Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantii Taayyee Atsiqasillaaseen Goondar galan

Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen, Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa dabalatee hoggantoonni olaanoo mootummaa Ayyaana Cuuphaarratti hirmaachuuf Magaalaa Goondar galaniiru.

Ministirri Muummee itti aanaa obbo Tamasgeen Xurunaan gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Amajjii hanga Seenaa Amajjiitti bakka aadaa fi amantaan itti dubbatamuu fi leelliffamu Goondar galleera jedhan.

Turtii magaalichatti qabataniin, bakkeewwan seenaa qabeessaa fi hojiilee misoomaa garaagaraa kan daawwatan ta’uu eeraniiru.

Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee waliin wayita Buufata Xiyyaaraa Atsee Teediroos gahan simannaa ho’aan taasifameefira

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.