Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 7ffaan falmii hawwiin eegamu tapha Cheelsiin Liiverpuul keessummeessu
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC) – Har’a Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 7ffaan tapha hawwiin eegamu falmii Cheelsii fi Liiverpuul gidduutti gaggeeffamu.
Har’a sa’aatii 8:30 jalqabee Liidis Yuunaayitiid – Tootenhaam waliin taphata.
Taphoota Piriimeer liigichaa lamaan darbaniin kan injifatame Cheelsiin har’a galgala sa’aatii 1:30 eegalee Istaadiyeemii Istaamfoordi Biriijitti Liivarpuul keessummeessa.
Tapha kana dursee sa’aatii 11:00 irraa jalqabee Arsenaal – Weest Haam Keessummeessa.
Akkasuma sa’aatuma walfakkaatuutti Maanchiister Yuunaayitiid Sandarlaandi waliin falmii murteessaa taasisa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.