Qiddus Giyoorgis shaampiyoonaa Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee ta’e
Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) – Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee 19ffaa “Waancaa Haaromsaa” Qiddus Giyoorgis Machaaliin 2fi 1n injifachuun shaampiyoonaa ta’eera.
Machaal Bunni Itiyoophiyaa fi Itiyoo Elektirik sadarkaa 2ffaa irraa hanga 4ffaa qabachuun xumuraniiru.
#Oromia #Ethiopia