Fana: At a Speed of Life!

Qidduus Giyoorgis xumuraaf darbe

Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Tapha Waancaa Magaalaa Finfinnee 19ffaa (waancaa Haaromsaa)’n Qidduus Giyoorgis Buna Itiyoophiyaa injifachuun tapha xumuraaf darbeera.

Qidduus Giyoorgis galchii 3 fi 2’n Buna Itiyoophiyaa injifateera.

Taphni waancaa Magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu kan taphatamu yoo ta’u, Qidduus Giyoorgis Machaal waliin xumuraaf falmata.

Machaal Itiyoo Elektirikii injifachuun xumuraaf darbuun ni yasdatama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.