Oduu biyya keessaa Daldaltoota kuma 7 olirratti tarkaanfiin fudhatame Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Fooyya’iinsa Diinagdee Gooroo taasifame sababeeffachuun daldaltoota gatii hinmalle dabalanii fi omisha dhoksanii argaman kuma 7 olirratti tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dargaggoota miliyoona 1.5 leenjii ‘Koodarotaa’ irratti hirmaachisuuf hojjetamaa… Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoota miliyoona 1.5 Inisheetiivii “Koodaroota Itiyoophiyaa” irratti hirmaachisuuf hojjetamaa jiraachuun ibse. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa gogiinsa mudatu dandamachuuf humna bishaan bulchuu irratti… Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa gogiinsa mudatu dandamachuuf humna bishaan bulchuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni Finnaa Godina Booranaa bu’aa gaarii argamsiisaa jiru jedhame Sifen Megersa Aug 6, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli PireEzidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Mooyyaleetti Pirojektii Finnaa Burquqqee…
Oduu biyya keessaa Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 550 ol Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuufi jedhame Sifen Megersa Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)–Bara Baajataa 2017’f Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 550 ol Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuuf ta’uu Ministeerri Maallaqaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Galmoonni qabaman milkaa’aa jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Galmoonni wabii nyaata mirkaneessuu, sharafa alaa argamsiisuu, oomisha alaa galu bakka buusuu fi carraa hojii uumuurratti qabame milkaa'aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaantii Shimallis Abdiisaan durfamu Siidaa Bariisoo Dukkallee eebbisiise Sifen Megersa Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Bulee Horaatti Siidaa goota Bariisoo Dukkallee eebbisiisera.…
Oduu biyya keessaa Haleellaa Shororkeessummaa Somaaliyaatti raawwatame hordofee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan Sifen Megersa Aug 3, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) - Haleellaa Shororkeessummaa Somaaliyaatti raawwateen lubbuu namaa darbeef gaddi guddaan Itti dhagahamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Godinni waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii… Sifen Megersa Aug 3, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Godinni Booranaa waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Turki waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 3, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Turki Haakaan Fiidaan waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo…