Somaaliyaatti haleellaa Alshabaab raawwateen gaddi itti dhagahamuu mootummaan ibse
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Somaaliyaatti haleellaa Alshabaab raawwateen gaddi itti dhagahamuu Mootummaan Itiyoophiyaa ibse.
Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar…