Oduu biyya keessaa Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 16, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad. Tokkoon tokkoon keenya milkaa’iina Ityoophiyaaf qooda qabna.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Alaa Ityoophiyaa akka ba’an lallabamus namni ba’uuf socho’u hin… Ayana Dheressa Nov 15, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Lallaba Ameerikaa fi deeggartoota ishee hordofee biyyoonni Alaa lammiileen isaanii Finfinnee gadi dhiisanii akka ba'an gaafatanis namni ba'uuf socho'u kan…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Uhuruu Keeniyaattaan Finfinnee galan Obse Wakgari Nov 14, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattan har'a Finfinnee galaniiru. Muummeen Ministira Abiy Ahimaf fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa Ityoophiyaatti ragga’ee ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa… Obse Wakgari Nov 12, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) – Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa Ityoophiyaatti raggaasifamee ilaalchisee odeeffannoon sobaa tamsaasaa jiru dhugaarraa kan fagaate ta’uu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jira-Qulqulleessa Ragaa… Ayana Dheressa Nov 12, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jira jechuun Qulqulleessi Ragaa Haala Yeroo beeksiseera. Labsiin yeroo kun…
Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalesaa kutaa 12ffaa 2013 karaa nagaan xumuramuu ibsame Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Qormaanni biyyaalesaa kutaa 12ffaa 2013 karaa nagaan xumuramuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa beeksiseera. Barattoota qormaata biyyaaleessaa kutaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa jijjiire Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa har’arraa kaasee jijjiiruu beeksiseera. Asxaan Ministeerichaa duraanii har’arra eegalee Asxaa haaraan…
Oduu biyya keessaa Yeroo ammaa Ityoophiyaa ishee guddoo ijaaruuf hojjechaa jirra – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Haala hin taaneen iccitii biyyaa akka diinni argatu taasiisuun sirrii miti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Lolli yeroo ammaa qabnu lola…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee-Ministeera Dhimma… Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee jechuun Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin…
Oduu biyya keessaa Namoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisan shakkamtoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuuf socha’aa turan to’atamuu Poolisiin beeksiise.…