Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii HGHI marsaa 3ffaan milkiin xumurame Sifen Megersa Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Guutinsi Bishaanii Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa marsaa 3ffaan milkiin xumurameera. Waqtiin Gannaa seenuu hordofee guutiinsi bishaanii…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaadhas Irbaatas-TKM Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaas Irbaatas ta’uuTajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi tarbaayinni 2ffaan Hidha Haaromsaa…
Oduu biyya keessaa Tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa cimee akka itti fufu gaafatame Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa damee hundaan cimee akka itti fufu gaafatan. Manneen mare kunnee…
Oduu biyya keessaa Biyya bu’uura cimaan ijaaruun ga’ee dhaloota ammaatti – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Fedhii fi abjuu abbootii dhugoomsiif biyya bu'uura cimaan ijaaruun ga'ee dhaloota ammaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Sirni Tarbaayina 2ffaa HGHI anniisaa maddisiisuu eegalchiisuu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Sirni Tarbaayina 2ffaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegalchiisuu gaggeeffamaa jira. Guyyaa har’aa yuunitoota jiran keessaa…
Oduu biyya keessaa Torbeen teekinooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa eegalame Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Guyyootaa afuriif kan turu torbeen teeknooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa, teeknooloojii fayyadamuun bakkeewwan hawwata tuuriizimii Oromiyaa beeksisuurratti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii fuulduraa ka’e Sifen Megersa Aug 8, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa walga’ii guyyaa har’aa gaggeesseen haala biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii fuulduraa ka’eera. Naannawaa hundatti…
Oduu biyya keessaa Naannichatti hirkattummaa roobaa jalaa ba’uuf pirojektoonni jallisii 81 ijaaramaa jiru-Obbo… Debela Tadesse Aug 8, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hirkattummaa roobaa jalaa ba’uuf pirojektoonni misooma jallisii gadaanaa fi giddugaleessaa 81 Birri biiliyoonaa 13’n hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Shimallisiin durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Booraa fi Dugdaatti qamadii… Sifen Megersa Aug 7, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Booraa fi Dugdaatti qamadii kilaasteraan…
Oduu biyya keessaa Carraa hojii mijeessuun gochaa dursi Kennamuufidha – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Aug 6, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Carraa hojii haala ga'aan mijeessuu fi saffisiisuun dhimma dursa argachuu qabu ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan Dhaabbata yeroo…