Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Jigjigaa gale Obse Wakgari Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)-Jilli Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichaan preezdaantitti dabalatee itti aantuu…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii Eevaariistee Daayishiimiiyee waliin mari’atan. Marisaaniitiin haala hariiroo fi deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Dura taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Maakii Saal Muummee Ministiraa Abiy Ahimad galateeffatan Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Dura taa'aan yeroo Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal yaa'iin Gamtaa Afrikaa milkiin akka gaggeeffamu tattaaffii taasiisaniif Muummee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad qaamolee Yaa’iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin akka… Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee Yaa'iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 35ffaan karaa nagaa fi milkiin akka xumuramu gumaacha taasiisan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii… Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayib Eerdoohaan dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii qaban…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantii Naajeeriyaa fi Zimbaabuwee waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Naajeeriyaa Muhaammaduu Buhaariii fi kan Zimbaabuwee Eemarsan Minaangawaagaa waliin dhimmoota hariiroo…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 35ffaa cinaatti Preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa Akiinwumii Adeessiinaa waliin…
Oduu biyya keessaa Rakkoo damee Turizimiin akka ardichaatti muudate furuuf Afrikaanoonni tokkummaan dhaabbachuu qabna… Sifen Megersa Feb 5, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa hordofee Rakkoo damee Turizimiin Ardii Afrikaa muudate furuuf Afrikaanoonni tokkummaan dhaabbachuu fi waldeeggaruutu…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni yaa’iichaarratti yaadoota tokkummaa Afrikaa cimsan kaasaniiru –… Sifen Megersa Feb 5, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Hoggantoonni Afrikaa Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaatan yaadoota tokkummaa Afrikaa cimsanii fi rakkoo ardichaa sirreessuu fi jijjiiruu danda'an…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 5, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Preezdaantota Jibuutii, Zaambiyaa, Somaaliyaa akkasumas Ittaanaa Barreessaa DhMG waliin mari’ataniiru. Muummeen…