Oduu biyya keessaa Kolombiyaan Finfinneetti Embaasii bante Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Kolombiyaan Embaasii ishee Itiyoophiyaa magaalaa Finfinneetti bante. Pireezidaantii itti aantuun Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti… Ayana Dheressa Aug 26, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaan hariiroo daldalaafi invastimantii Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’atan Ayana Dheressa Aug 26, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 20፣ 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Dameelee garaagaraan hojiileen egeree Afrikaa murteessuu danda’an raawwachuun barbaachiisaadha-… Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Addunyaa jijjiiramaa jirtu keessatti hojiilee egeree Afrikaa murteessuu danda’an tumsan raawwachuun barbaachiisaadha jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Sirna madaallii barnootaa Afrikaaf badhaadhina fidu diriirsuun barbaachisaadha- Obbo Tamasgeen… Ayana Dheressa Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017(FMC)- Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan biyyoonni Afrikaa hundi sirna madaallii barnootaa badhaadhina fidu danda’u diriirsuu qabu jedhan.…
Oduu biyya keessaa Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal ayyaanota tokkummaan baatii gannaa Shamarraniin… Tsehay Guluma Aug 23, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen baga Ayyaanoota Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal geessan jedhan. Ashandaa, Ashandiyyee,…
Oduu biyya keessaa Damee hundaan of dandeenyee imala jalqabne galmaan ga’uuf dandeettii guddaa qabna – obbo… Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) - Imala jalqabne galmaan geenyee damee hundaan of danda’uuf dandeettii guddaa qabna jedhan Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Galmeen Barattootaa Haggaya 26 eegala – BBO Tsehay Guluma Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti galmeen bara barnootaa 2018 Hagayya 26 hanga Qaammee 5, 2017 gaggeeffama jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa. Qophii karooraa bara…
Oduu biyya keessaa Dudhaaleen aadaa fi amantaalee agarsiistuu Tokkummaa Sabdaneessummaa keenyaatti-TKM Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC)-Dudhaaleen aadaa fi amantaalee agarsiistuu Tokkummaa Sabdaneessummaa keenyaatti jedhe Tajaajilli kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa eegale Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa guyyaa har’aa Finfinneetti kennamuu eegaleera. Leenjichi mata duree “ Gara Biyya Fakkeenyummaa…