Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee Murtoowwan dabarse Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idiilee 1ffaa waggaa 5ffaa gaggeeseera. Guyyaa har’aa ajandaalee garaagaraa 4 dhiyaatanirratti…
Oduu biyya keessaa Lammiilee sababa guutiinsa laga Awaashiin buqqa’aniif deeggarsi barbaachiisu ni taasifama- Aadde… Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Sababa guutiinsa Laga Awaashiin lammiilee qe'ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa'aniif mootummaan deeggarsa barbaachisu ni taasisa jedhan Afyaa’iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee qabdudha- Obbo Hayiluu Addunyaa Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya sirnoota siyaasaa garaagaraan ijaaramaa dhufte, biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee rakkoolee nageenyaa furuu danda'an qabdudha jedhan…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaroomsaa Piroojektii Afrikaan ittin boontudha- Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaa Ayana Dheressa Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017 (FMC)- Hidhi Guddichi Haaroomsaa Itiyoophiyaa dandeettii mootummaa akkasumas hirmaannaa Itiyoophiyaanoota biyya keessaa fi alaa jiraataniin kan ijaarame…
Oduu biyya keessaa Pirojektoota xumuruun mallattoo mootummaa kanaati- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 6,2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan pirojektoota xumuruun mallattoo mootummaa kanaati jedhan. Obbo Tamsgeen Xurunaan kana kan jedhan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan daddabarsa Maallaqaa Seeraan alaa to’achuuf mari’atan Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihraatuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru. marii isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree Mana Baruumsaa Qaroo Dhabeeyyii sadarkaa 2ffaa Birhaaniif deeggarsa taasise Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Waajjirri Giiftii Duree Mana Baruumsaa Bultii Addaa Qaroo Dhabeeyyii Sadarkaa 2ffaa Birhaaniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa kenneera. Waajjirri Giiftii…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa fi Baankiin Misoomaa Afirikaa waliigaltee Faayinaansii mallatteessan Ayana Dheressa Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Baankiin Misoomaa Afirikaa naannawaa magaalaa Bishooftuutti ijaarsa pirojeektii Buufata Xiyyaaraa Abuseeraa hojiirra…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Itiyoophiyaan Karra Galaanaa argachuuf taasiftu nan deeggara- Turkimeenistaan Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017 (FMC)- Turkimeenistaan tattaaffii Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf taasistu ni deeggarti jedhan Ministirri Dhimma Alaa biyyaattii Raashiid Meeriidoov.…