Bu’aan qorannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Izzii Kabaarratti raawwateen walqabatee jiru ifoome
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Namoota yakka biyya ganuun, haleellaa fi shororkeessummaan shakkamuun himatanii ajajni qabamuu irratti ba’e 349 keessa 124 to’annoo jala ooluu…