Mootummoonni naannoo Hararii, Soomaalee fi Gaambeellaa Haala yeroo ilaalchisuun ibsa laatan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – Mootummoonni naannoo Hararii, Soomaalee fi Gaambeellaa tarkaanfii ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti fudhate ilaalchisee ibsa laataniiru.…