Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hidha jallisii Goodee daawwatan Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hidha jallisii Goodee laga Shaballeerratti ijaarrame daawwataniiru. Hidhichi Qamadii gammoojjii fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaa guutuu biyyaatti hordooftootaa amantaa Islaamaan kabajamaa jira. Ayyaanni Moolidaa dhaloota Nabiyyuu…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisan Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisaniiru. Dooktar Abiy ijaarsicha…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Moolidaa Bara Kanaa Sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Preezdaantii Buulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Moolidaa Bara Kanaa Sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan.…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy ergaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee Sukkaaraa 10 hojiin damee dhuunfaatti dabarsuu hojjetamaa jira Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Dhaabbilee Sukkaaraa 10 hojiin damee dhuunfaatti dabarsuu hojjetamaa jira. Dhaabbilee Sukkaaraa 10 hojiin damee dhuunfaatti dabarsuu ofeeggannoo…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafamu Godina Shawaa Lixaatti ooyruu boqqoolloo kilaastaraan… Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafamu Godina Shawaa Lixaatti ooyruu boqqoolloo kilaastaraan misoome daawwachaa jira. Jilli Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat gidduugaltummaa Gamtaa Afrikaan kan… Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat gidduugaltummaa Gamtaa Afrikaan kan gaggeeffamu marii hidha haaromsaarratti gammachuu…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni sadeen guyyoota 7f kan turu waliigaltee sadeenii gaggeessuf adeemsa fuula duraa fi dabaree… Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Biyyoonni sadeen guyyoota 7f kan turu waliigaltee sadeenii gaggeessuf adeemsa fuula duraa fi dabaree yeroo irratti waliigaluun ibsame. Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Tiraamp ergaa isaan Hidha Haaromsaarratti dabarsan fudhatama hin qabu –… Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa ilaalchisuun ergaa isaan dabarsan fudhatama hin qabu jechuun…